Faarfannaa Ortodooksii Afaan Oromoo (Simaalee Gooftaa) by D/n Abiiyyi Zallaqa.
Watch Ethiopian Mezmur Videos on EthioGospel.com. Share and Like if you like this Mezmur


Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

*

2 Comments

  • Boru edo 3 years ago

    duraan dursee waaqni siyaaa eebbisu obboleessa keenya. mee jabaadhaa
    jajjabaadhaa waaqni afaan hundumaa isumatu uumee, nutis afaan qabnaa afaan
    keenyaan waaqa galateeffanna. jabaadhuu upload nuuf godhaa maaloo. Inni
    kan biraa uummanni oromoo sirna durii keessa miidhamuun isaa ni beekama..
    mootummoonni yeroo sanaafi amantaa kanaan qabatanii namoonni amaantaa kana
    geeggeessan seexanaan gargaaraman sirna siyaasan laaqani turani. kanaafu
    amantiif politakaan garaagaraa obbolaan koo… waaqni isaani haa eebbisuu
    jabaadhaa afaan keenyumaan waaqa haa kadhannu. 

  • kebede tessema 3 years ago

    waaqayyoon umrii tajajilaa kee yaaa dheeressu,saagalee jireenyaa sii
    dhaagesissu!